Aaddee Birhaan Mazigab (nageenyaaf jecha maqaanshee kan jijjirame) abbaa warraa koloneela waggoota dheeraaf raayyaa ittisaa keessa tajaajilanii fi abbaan ijoollee ishee ALI Sadaasa 12, 2007 to’atamuun ...
Kutaalee Oromiyaa garagaraa keessatti duulli dargaggoota raayyaa Ittisaatiif walitti qabuu daran hammaachaa jiraachuu jiraattonni BBCtti himan. Yeroo dirqamaan namootni gara leenjii waraanaatti ...